DoYo Tube
Culture Gallery (Oromoo)
Bᴀʙᴀʀoo ғᴀʏʏᴀᴀ ɴᴀԍᴇᴇɴɴι ιsᴀɴ ʙᴀᴅнᴀᴀᴅнᴀ!
κuɴ Channel ʏooκᴀᴀɴ ιsтuuᴅιʏoo:
# Qoᴘнιιʟᴇᴇ ɴᴀмᴀ ʙᴀʀsιιsᴀɴ
#Tᴀᴘнᴀᴀғ κoʙʟᴀᴀ(funny❩
#sιʀʙooтᴀ ԍᴀʀԍᴀʀᴀᴀ Kнᴀ A/Oʀoмoo fi Oʀoмoo Booʀᴀɴᴀ(suκuʟᴀᴀɴԍι) ,
#Sιʀʙᴀᴀ ʙᴀʀʀᴇᴇғᴀмᴀᴀɴ (ʟʏʀιcs) ʙιғᴀᴀ vιᴅιʏooтιɴ Qoᴘнᴀᴀ'ᴇᴇ ғι
#Oᴅᴇᴇғғᴀɴɴoo тoκκo тoκκoo κнᴀ wᴀᴀ' ᴇᴇ sιʀɴᴀ ԍᴀᴅᴀᴀтιιɴ wᴀʟQᴀʙᴀтᴀɴ ԍᴀʀԍᴀʀᴀ ιттι ᴀʀԍᴀттᴀɴ Cнᴀᴀɴᴀʟι κнᴇᴇssᴀɴ
#Culture songs ( Weedduu, Goba, Kaarrilee, Sirba Ijoollee dubra(Agaroo), ijoollee kuuchuu, fi kan yo Gaddaaf Gammachuu )
#Agarsiisa jaarrolee argaa dhageettii
#Songs lyrics
Kaayoo (Objective)
Aadaa, seenaa, duudhaa, hambaa, qaroomina, taatee, Oromoo Booranaa walti qabee kuusuun akka hin dagatamne fi dhalootaa dhalootaatti dabarsuu.
Ergama (Mission)
Aadaa fi duudha Hawaasa Oromoo akkasumas sirna gadaa kha bu'uura Dimokiraasii ammayyaa ta'e addunyaan gahuu.
Mul'ata (Vision)
Sirna gadaa, aadaa, duudhaa fi seenaa oromoo guutuu addunyaatti mul'ate arguu.
" suʙscʀιʙᴇ тoʟcнuu нιɴ ᴅᴇᴅнιɴᴀᴀ!"음악
퍼포먼스 요약
일일 평균 조회수
(Shorts)
일일 평균 조회수
(롱폼)
영상별 평균 조회수
(Shorts)
영상별 평균 조회수
(롱폼)
채널 알고리즘 스코어
시청자 참여도
구독자 활성도